Ezekiel 48:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qoodi lafaa, ka AABBO Waaqa oli kayani, qooda lafaa kaani ch'ufa ira dansa. Qooda kana tokole ingurgurani, yokhaani injijirani, yokhaani nama d'ibile indabarsani. Qoodi kunini qulqullo ammalle ka AABBO Waaqati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen Rabbiif kalamu lafa biyyattii keessatti argamu maraa caalaa hulee michu'u; lafa san keessaa ka qoodamee gurguramuu fi ka jijjiiramu, yookaan ka eennuufillee dhaalaan lufu hin jiraatu; inni ka Rabbiif woyyoomee adda baye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan lafa tana irraa gurguruu yookiin jijjiiruu hin qabanu; latti tun lafa mara keessaa irra caalaa dansaa ta teete; Mootii Waan Maraatiif ta woyyoonte waan teeteef, harka nama dhibi'iititti dabarfantee hin kennantu.