Ezekiel 48:15 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qoodi lafaa, ka qooda suni iraa hafe, ka d'eerinni isaa ejata kuma kud'ani lamatifi d'ibba shani, ka ballinnileeni ejata kuma lamafi d'ibba shani, qulqullooniti ammo taatule ka gumi ch'ufati; worrati mana iti jaarateate lafa horini oolule tolfata. Dira wod'aka isaa suni keesati jaaruu malani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hulee adda baye kana keessaa huleen addaan qoodamee hafu dheerinni isaa ciqilee kuma diddamii shaniitii fi dalgi ciqilee shan; lafa kana banii maratu itti fayyadama; hulee mana itti ijaaratanii fi hulee horii itti bobbaafatan ta'a; qachattiinillee jidduu sanitti ijaaramti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa woyyittii tana irraa qoodantee ta hatte ta dheerinni isi'ii ciqilee kuma diddamii shanii, ta badhinni isi'ii ciqilee kuma shanii ta wolumatti kolbaan itti fayyadantu, manaa fi kaloo hori'iitiif hin teeti. Wodhakkaa isi'iititti qachaan hin te'a;