Ezekiel 48:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira suni moga isaa ch'ufa, diida lafati jira, ka d'eerinni isaa ejata d'ibbafi diddami shani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachattiin gara arfaniinuu hulee horii itti bobbaafatan qabdi; badhinni hulee horii itti bobbaafatan ka hulee maraatuu ciqilee dhibba lamaa fi shantama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti qacha'aa sun lafa horiin dheedu hin qabaatti: karaa kaabaatiin ciqilee dhibba lamaa fi shantama, karaa kibbaatiin ciqilee dhibba lamaa fi shantama, karaa aduun baatuun ciqilee dhibba lamaa fi shantama, karaa aduun seentulle'een ciqilee dhibba lamaa fi shantama hin teeti.