Ezekiel 48:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Lafa, dira suni ka bitaa lafa qulqullooti jaarani iraa hafte, nama dira suniti lafa oobru tolfate liqimsa keesaa argata. Biimani lafa suni ta ilaborutifi ta ila aduleni haguma takaa d'eerinni ejata kuma shaniti, ballinnileeni ejata kuma lamafi d'ibba shani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lafa woyyoome kana keessaa gara baya biiftu'uutiin lafti ciqilee kuma kudhaniitii fi gara dhiya adu'uutiin lafti ciqilee kudhanii qoodamee haga qachattiin itti ijaaramteen maayessa lafti hafu maasaa banii qachaa san keessa jiraatuu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti irraa hatte ta addee woyyitti'itti aante, karaa aduun baatuun ciqilee kuma kudhan, karaa aduun seentuun ciqilee kuma kudhan hin teeti; midhaan lafa sanii hojjattoota qacha'aatiif sagalee hin te'a.