Ezekiel 48:2 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Aseerii lafa gosa Daaniititti aanee lafa gara baya biiftu'uutii jalqabee haga dhiya adu'uu jiru gayee ufii argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaa Daaniititti aanee, meessaa karaa aduun baatuutii jalqabee haga meessaa karaa aduun seentuutitti, Asheer qooda tokko hin qabaata.