Ezekiel 48:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda lafaa kaaniini gama bita, gochiti hafte taani ch'ufti abbu qooda lafaa toko argachu malte. Lafti sunini seera lafa taani ila boru iraa baate, ila adu qajeelte, Baariini Guddati ejiti. Gochiti ch'ufti qooda lafaa mirgaa fuute, bitaati d'aabde, akanaani wolgula argachu malte: Benjamini Simeoni Isakari Zabuloni Gadi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa hafe kaawwaniifillee akkaataan lafa itti qoodan akkana; Biiniyaam lafa baya biiftu'uu irraa jalqabee haga dhiya adu'uu geettu gayee ufii argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Qoodi gosa worra hafee ka asii gad jiru: gosi Beniyaaminii meessaa karaa aduun baatuutii haga meessaa karaa aduun seentuu qooda tokko hin qabaata.