Ezekiel 48:27 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gaad baya biiftu'uu irraa jalqabee haga dhiya adu'uu lafa gara lafa Zaabilooniititti aantu gayee ufii argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lafa qooda Zebulooniititti aanee meessaa karaa aduun baatuutii haga meessaa karaa aduun seentuutitti gosi Gaadii qooda tokko hin qabaata.