Ezekiel 48:28 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qooda lafaa ta gosa Gaditi kennani moga bita, seeri Tamari iraa bahe, maddo Kadeshiti qajeele, laga seera Misiri ira bahu gula deeme Baariini Guddaani bahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daangaan Gaadii ka gara kibbbaa qachaa Taamaarii ka gara kibbaatii jalqabee haga burqaa bisaanii ta Qaadeesii Mariibaa keessatti argamtuu keessa lufee laga biyya Misirii biraan lufee haga galaana Meeditiraaniiyaanii gaya.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Lafa qooda Gaadiititti aanee meessaa karaa kibbaatiin, qachaa Taamaariitii ka'ee haga bisaan Mariibaa-Qaadeshii hin dhaqa; achille'ee laga gogaa Gibxi'ii gula deemaa haga abbaayaa Mediteraaniya'aa dhaqa.