Ezekiel 48:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Aki lafa gosa Israeliti qoodani kennanifi akana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii lafti isin akkaataa kanaan gosa Israa'elii maraa qooddan tana» jedhee dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Latti isin dhaala gootanee hixaa buusiisaan gosa Israa'eliitiif qooddanu isii tana» jedha Goottaan Mootiin Waan Maraa.