Ezekiel 48:3 — Compare Translations
2 translations compared side by side
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Niftaalemii daangaa gosa Aseeriititti aanu baya biiftu'uutii haga dhiya adu'uu gayee ufii argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaa Asheeriititti aanee meessaa karaa aduun baatuutii jalqabee haga meessaa karaa aduun seentuutitti, gosi Niftaalemii qooda tokko hin qabaata.