Ezekiel 48:30 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullo kud'ani lamati jira, ta dira Yerusalemutini seenani, mogaani naabo afraani, ta ch'ufa biimani isii ejata kuma lamatifi d'ibba lamafi shantama, balbala sadi qabdi, ammalle balbala tana ch'ufa maqa gosa Israeli toko tokooni iti baasani. Balbala gama mirga maqa Reubenitifi ka Yudatifi ka Lawi iti baasani; balbala ilaboru maqa Yusufutifi ka Benjaminifi ka Dani iti baasani, balbala bita maqa Simeonitifi ka Isakaritifi ka Zabuloni iti baasani. Balbala ila adu maqa Gaditifi ka Asheritifi ka Naftali iti baasani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ronni arfan balballan qachattii keessaa bayaniinii kana; ronni maruu balballan sadihi qaba; balbala maraafuu maqaa gosa tokkootitu kenname; dheerinni isaa kolba gara kaabaatiin ciqilee kuma afurii fi dhibba shan; balballan sadiin roga kanniin irra jiran irra maqaa Roobeelii, Yihuuda'aatii fi Leewwi'iititu irratti moggaasaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Karri qachaa keessaa ittiin gad bayanu ka asii gad jiran: Maddiin karaa kaabaa ciqilee kuma afurii fi dhibba shan te'ee,