Ezekiel 48:35 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Biimani naabo suni, ta moga afraani ch'ufti wolti, ejata kuma sagali. Armaa achi maqaani dira kana baasani AABBO Waaqi Arma Jira!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dheerinni balballan dallawa qachatti'ii ka roga arfaniin jiru ciqilee kuma kudha saddeetii ta'a; maqaan qachattiin ammaa achi ittiin waamamtu «Rabbi achi jira!» ka jedhu ta'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Naannoon qacha'aa ciqilee kuma kudhanii saddeeti. Yennaa sanii jalqabee maqaan qacha'aa ‹Mootiin Waan Maraa achi jira› hin jedhama» jedhe.