Ezekiel 48:4 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Minaase'ee lafa daangaa gosa Niftaalemiititti aanu baya biiftu'uutii jalqabee ka haga dhiya adu'uu jiru gayee ufii argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaa Niftaalemiititti aanee, meessaa karaa aduun baatuutii jalqabee haga meessaa karaa aduun seentuutitti, gosi Minaase'ee qooda tokko hin qabaata.