Ezekiel 48:5 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Efreemii lafa gosa Minaase'eetitti aanu baya biiftu'uutii jalqabee ka haga dhiya adu'uu jiru gayee ufii argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaa Minaase'eetitti aanee, meessaa karaa aduun baatuutii jalqabee haga meessaa karaa aduun seentuutitti, gosi Efreemii qooda tokko hin qabaata.