Ezekiel 48:7 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Yihuuda'aa lafa daangaa gosa Roobeeliititti aanu baya biiftu'uutii jalqabee ka haga dhiya adu'uu jiru gayee ufii argata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Meessaa Ruubeniititti aanee, meessaa karaa aduun baatuutii jalqabee haga meessaa karaa aduun seentuutitti, gosi Yihuda'aa qooda tokko hin qabaata.