Ezekiel 5:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'e, Namicha, haadu qara qabdu fud'ad'i areedaafi mata keetile ch'ufa haadi. Duuba rifeensa suni misana irati biimi, fulla saditi gargari qoodi?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedhe, «Ilma namaa! guraadee qarame fuudhii areedaa fi mataa kee haadadhu; rifeensa kee madaalii bakka sadihitti qoodi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Atille ilma namaa! Shallaagaa qarame fudhadhuutii, akka waan areeda ittiin haadatanuu areedaa fi rifeensa mataa keetii ittiin haadadhu. Achiin duuba rifeensa san madaaliitii gargar qoodi.