Ezekiel 5:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini, AABBO Waaqi guddaani, kakhad'e waan jed'u, waan isani mana kiyya qulqullo waan hamtu keesati tolchitani t'ureesitanifi, naasu male isani balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani Waaqa jiraataa waan ta'eef ani Rabbi wonti jedhu sababaa isin waan hama'aa fi waan battii hojjata'aa mana woyyuu kiyya batteessitaniif araara malee akka salphattan isin taasisa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf, Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Ani Mootiin Waan Maraa, dhugumaan jiraata'a! Ati hammeennaa fi waan diqachiisu hujiisaan addee woyyittii tiyya waan batteessiteef, anille marartii malee akka ati salphattu hin godha.