Ezekiel 5:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami gosa d'ibi, ka d'aatu teesani bahu ch'ufti, isani goyeese isani ira fagaata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma biyya keessan maaraa fi akka baniin naannoo keessan jiru maruu isinitti baldan, akka isin masifatan taasisa; ani waan kana ka dhufuu fi ka lufu uduu argu godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa oddu'utti, ila worra achiin dabaruu mara duratti si diigee onsee, akka sitti murganu hin tolcha.