Ezekiel 5:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja anini aka male isaniti dallane isani gaargalchu, gochiti d'aatu teesani jirtu ch'ufti mudamte, isani tufate isani goyeesiti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lola kiyya jaba'aan murtii kiyya guddaa isin irratti buusee hennaa isin adabu akka baniin naannoo keessan jiran maruu isin masifatan, akka isin ajiifatan, akka isin arganii uf eeggatanii fi sababaa naasuu namoota biraa taatan; ka waan kana dubbate ana Rabbi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ani yennaa aari'ii fi mufi'iin, xixicha jaba'aan muraa sitti fidu, ati gosa biyya adda addaa mara duratti waan coora'aatii fi murgo'oo, waan dhagganee ifi eegatanuu fi dhagganee bararaqanu hin teetan. Ani Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera.