Ezekiel 5:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini beelafi bineensa ala ka ijoolle teesani fit'u isaniti erge, d'ukuba hamafi woraani isaniti d'ufe isani balleesa, Nami dubbi tana jed'e ana, AABBO Waaqa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani bineensa bosonaatii fi beela gad isinitti dhiisa; ijoollee teessanillee hin ajjeessan; woraana isinitti fida; balaanii fi dhiiga jissuun isin keessatti babadhata; ka waan kana dubbate ana Rabbi» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Beelaa fi bineensa isinitti ergee, isaan ijoollee teessan hin fixan. Woraanalle isinitti hin fida; dhukkubii fi dhiiga dhangalaasiis odduu teessan hin guutan. Ani Mootiin Waan Maraa tana dubbadheera» jedhe.