Ezekiel 5:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Rifeensa diqa toko hambisi, handaara woyaati hid'ad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Naannaya qachatti'iititti guraade'een mummurii akkasuma rifeensa hafe diqqoo fuudhii qaccee waan uffattuutitti guduunfadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Rifeensa san irraa diqqaa isaa fuudhiitii qaccee woyaa teetiititti hidhadhu.