Ezekiel 5:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba diqa toko keesaa fuud'i, ibida keesa buusi, ha gubatuti. Duuba rifeensa suni ira ibidi bahe gosa Israeli ch'ufa qabata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammallee kanniin keessaa diqqoo fuudhii ibiddatti buusii akka gubatu godhi; ibiddi achi irraa ka'u banii Israa'elii maraa bira gaya.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle diqqaa isaa fuudhiitii ibidda keessa buusii gubi. Achi keessaa kolbaa Israa'elii maratti ibiddi hin faca'a» jedhe.