Ezekiel 5:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi guddaani waan jed'e, Yerusalemu ta anini jiddu lafa ch'ufa kae, lafti d'ibiini marsite laali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin maraa olii akkana jedha, «Ati Yerusaalemiin laali! ani akka biyyi heddu isii marsee isiin wodhakkaa isaanii jiraattu taasiseera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan Mootiin Waan Maraa, «Biyya hedduu isi'itti naannessee, ta ani gosa biyya adda addaa wodhakkaa keye, Yerusaalem tana.