Ezekiel 6:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba worri aka anini AABBO Waaqaa beekhe, ammalle aka gorsi anini worra gorseleeni d'uga arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan akka ani Rabbiin ta'ee fi seerri ani isaanii kenne maruu dhaaduma callaa akka hin taane beekan; waan hamaa isaanitti fida jedhee ka dubbadhe akkanumaanii miti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beekan. Waan hantuu tana isaan irratti akka fidu ani akkasumaan hin dubbanne jedha› jedhi» jedhe.