Ezekiel 6:12 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami fago jiru fayyad'abe raawata; ka d'io jiru woraanaani hobaa; ka waan suni jalaa bahuleeni garaachani hobaa. Akanaani worri aka dallansuuni tiyya hamtu arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri fagoo jiran dhibamanii du'an; worri dhiyoo jiran woraanaan dhuman; worri achi irraa hafan garuu beelaan dhuman; akkaataa kanaan lola kiyya guddaa isaan irratti buusa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri fagoo jiru dhukkubaan hin dhumata; worri dhikoo jiru shallaaga'aan hin dhumata; worri tana jalaa bayee hafe beelaan hin dhumata; akkanaan ani mufii tiyya jadduu isaan irratti hin baafadha.