Ezekiel 6:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini reefa worra Israelille firfirse, lafele worrale d'aatu waan sorio irati baasaniti jissa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Reeffa banii Israa'elii akka hulee waaqolee tolfama'aa biratti gatan taasisa; lafee isaanii naannoo hulee ciinca'aatitti bittinneessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Reeffa worra Israa'elootaa waaqota dharaa ka isaanii duratti hin gonbisa; lafee isaaniille adaala addee ciinca'aa teessanitti hin bittinneessa.