Ezekiel 6:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nama fulla ch'ufati fit'ani, nami waan suni jalaa bahu aka anini AABBO Waaqaa beekha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Reeffa namoota qalamanii naannoo keessanitti gatan; achiin maayessa isin akka ani Rabbiin ta'e beettan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti ijjeefamane odduu teessanitti hin gombifaman; isinille ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan.