Ezekiel 6:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama gari woraana jalaa baase, duuba worra suni lafa ch'ufa keesa firfirsani,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu isin keessaa namoonni hagoon akka hafan taasisa; isin keessaa gariin waan guraadee irraa haftaniif gara banii biyya biraa dheessitanii baqattanii bittinnooftan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«‹Te'uu malee yennaa isin gosa biyya adda addaa odduu bittinnoottanu, isin keessaa worra garii ka shallaagaa jalaa miliqee hafu, lubbu'uun hin hambura.