Ezekiel 6:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
worri achuma taa. Achiti worri na qaabate aka anini worra gaargalche ch'eerse beekha; wonti akanatiifi worri na lakise Waaqoota d'ara gula bahe Waaqa suni nara jaalate. Ammalle worri maro ch'eera d'abe waan hamtu taheefi ufi jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri guraadee irraa haftan worra isin booji'e keessatti na qaabattan; isin onnee keessan hamaa seera kiyya irraa fagaatee fi ija teessan hamtuu waaqolee tolfamaa laaltu qaabata'aa akka na gaddisiiftan qaabattan; waan hujii keessan batti'ii fi waan hamaa gootan maraafuu uf jibbitan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba worri shallaagaa jalaa miliqee hafe kun, naaf addatamummaa dhabiisaan na irraa goranee, waaqota dharaa waaqonfatanee, attam akka na gaddisiisane, gosa biyya adda addaa addee itti booji'amane oddu'utti, na hin qaabatan. Isaan hujii hantuu hujaneef, hujii battii hujane maraafille, ifi hin jibban.