Ezekiel 7:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami woi gurguru tokoleeni lubbu bule waan iraa bade indeefatu, wonti akanatiifi dallansuuni Waaqaa ya nama ch'ufa geete. Nami ch'ubbu qabu waan kana duraa imbahu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga ka waa bitatuu fi waa gurguratu lafa kana irra jiru namni waa gurgurate meeshaa gurgurate san akkuma deebi'ee hin arganne akkasuma raanni raagame nama maraafuu waan ta'eef hafuu hin danda'u; isaan waan yakka hojjataniif lubbuu ufii oolchuu hin danda'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mudhiin marroo gumii maraa waan hin jijjiiraneef, ka gurguratee fi ka bitate haga jiru'uun jiranu, ka gurgurate lafa gurgurate san deebifatiisaaf hin dande'u. Sababa yakkaa isaaniitiif, isaan keessaa nami lubbuu ifii hamburatuu dande'u tokkolle hin jiru.