Ezekiel 7:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Dira keesati woli had'ani, fayyad'abafi beeltileeni mana keesati nama qabati. Ammalle nama diidati hafu woraanati ijeesa, ka dira keesa jiruleeni d'ukubafi beelaani raawata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diida lolatu jira; mana maraa keessa dhibe'ee fi beelatu jira; worri qacha'aan ala jiraatan maruu lolaan dhuman; worra qachaa keessa jiru garuu dhukkubaa fi beelatu fixa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Alaan shallaagaan, keessaan dhukkubaa fi beelatti jira; worri qacha'aan ala jiru shallaaga'aan dhumata; worri qachaa keessaalle dhukkubaa fi beelaan hin dhumata.