Ezekiel 7:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle worri ch'arqi naqate, nafi isaani ch'ufti holate, mata haadate, worra ch'ufa ch'eeri balleesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Uffata gaddaa uffatan; hin nayan; hin saalfatan; mataa haadatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Woyaa gaddaa hin uffatan; wonni hantuun nami dhaggee bararaqu isaan hin liqinsiti; mataan isaanii hin haadama. Isaan marti hin qaanowan.