Ezekiel 7:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Namicha, wonti anini, AABBO Waaqi guddaani, lafa Israeli ch'ufani jed'u, tana: Tunini muumme lafa tana ch'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ilma namaa! ani Rabbiin maraa olii wonti waan biyya Israa'eliitiif jedhu kana; kallattii maraanuu dhumti ardii tanaa gayeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Ee ilma namaa! Goottaan Mootiin Waan Maraa marroo lafa Israa'eliitiif, ‹Lafa Israa'elii duudii irratti badiin dhikaatteerti.