Ezekiel 7:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, Anini gosa d'ibi worrati erga, ta worra saamtu, ammalle nami wo yaku ch'ufti waan worri qabu ch'ufa fud'ate t'ureesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi akkana jedha, «Faaya keessan maraa ormatu booji'a; worri cubbamtoonnillee akka saamaniif dabarsee kenna; isaan hin busheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Seesa isaanii ormi akka saamu, hamaaleyyiin lafa san irraalle akka booji'anu harka isaaniititti dabarsee hin kenna. Isaanille seesa san hin batteessan.