Ezekiel 7:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle hojja hattuuni mana kiyya qulqullo duude t'ureesitu, anini woma iraa inqabu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saamtonni mana woyyuu kiyya keessa seenanii batteessan; hennaa isaan batteessan ani isaan hin dhooggu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani fuula kiyya isaan irraa hin deebifadha; isaanille karra tiyya hin batteessan. Saantuun itti tintee hin batteessiti.