Ezekiel 7:23 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti ch'ufti ya aka iraa gorte — lafa ch'ufa keesati nami wolfit'e dira ch'ufa keesaleti wolballeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Ati biyyattiin waan lubbuu namaa ajjeeftuuf, qachattii keessa diddaan waan jiruuf haada sibiilaa ka hidhaniin qopheessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Latti dhiiga dhangalaasiisaan waan guutanteef, qachaalle hunnaan nama irratti ka'iisaan waan guutameef, wodaroo sibiilaa qopheeffadhu.