Ezekiel 7:24 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini gosa hamtu ch'ufa armaani d'ufe, worri maneeni teesani ch'ufa boojia. Nami keesani jajabaani ch'ufti waan tahu wollaale ufi jibbaata, hojja anini fulla isani Waaqa iti kad'atani taani gosa d'ibi iti lakise, worri t'ureesu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii keessaa namoota hammeeyyii as fidee akka isaan manniin keessan dhaalan godha; uf tuuluu worra jajjaba'aa hin balleessa; isaan hulee keessan ka woyyoome hin batteessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosa biyya adda addaa keessaa worra irra caalaa hamaaleyyii fidee, qabeenna mana isaanii akka saamanu hin godha. Koora worra hunnaameyyi'ii hin balleessa; addeen woyyittiin isaanii marti hin battootti.