Ezekiel 7:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni bohe, ilmi isa ufi jibbaate, biyyitileeni naasuni holatti. Anini waan isani tolchitani gula isani gaargalche, akuma isani wollaala namati murtani isanile wollaala iti mura. Duuba isani akanaani aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootiin hin booya; ijoolleen moototaa maruu sirima abdii kutatan; baniin nayee hollata; ani akkuma hujii keessaniitiin isin adaba; akkuma isin nama biraa irratti murteessitaniin isinitti murteessa; akkaataa kanaan akka ani Rabbiin ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi hin bowa; qondaalli ijjumaa addii hin kutata; harki kolbaa lafa sanii hin romma. Ani akkuma ideensa isaaniititti isaan hin adaba; akkuma muraa isaaniititti isaanitti hin mura. Achiin duuba isaan akka ani Mootii Waan Maraa te'e hin beekan» jedhe.