Ezekiel 7:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle biraa isani indeemu yokhaani diqole isani innahu. Maro waan hamtu isani tolchitaniifi, anini isani gaargalcha, aka akanaani isani aka anini AABBO Waaqa beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani sirima garaa isinii hin laafu; isinii hin raaramu; haga isin hujii battumma'aa san irra jirtan ani isin adaba; hennaa san akka ani Rabbiin ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo ideensa keessaniitii fi marroo battummaa odduu teessan jirtuutiif, ani isin hin adaba malee, isin hin hilu yookiin isiniif hin mararu› jedha. Achiin duuba ani Mootii Waan Maraa akka te'e hin beettan» jedhe.