Ezekiel 7:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle anini biraa isanii indeemu, yokhaani isanii innahu. Maro waan hamtu isani tolchitanitiifi, anini isani gaargalcha, aka akanaani isani aka anini AABBO Waaqa, ka isani gaargalchu beetani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani sirima garaa isinii hin laafu; isinii hin araaramulle'e isin haga hujii battumma'aa irra jirtan ani isin adaba; hennaa san ka isin adabu akka ana Rabbiin ta'e beettan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Marroo ideensa keessaniitii fi marroo battummaa odduu teessan jirtuutiif, ani isin hin adaba malee, isin hin hilu yookiin isiniif hin mararu. Achiin duuba ani Mootiin Waan Maraa ka adabu akka te'e hin beettan.