Ezekiel 8:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba anini olseene, fulla inni na gaarsiise taani ilaale, jennaani akheekha bofatifi ka bineensa qulqullo intahinitifi waan d'ibi worri Israeli kad'atule, ka irati barreesani, arge.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani hennaa keessa seenee laalu fakii waaqolee tolfamaa banii Israa'eliitii fi fakii busaayaa qulqulluu hin taanee ka gara'aan naannaya dallayaa irra looyaniititu jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Anille gara keessaa seenee ilaale; naannoo dalleya dhaka'aa san mara irratti wonni akka bineensota gadha'aan lafa irra lowanuutii fi wonni akka bineensota batti'ii marti, wonni akka waaqota dharaa ka Israa'elii marti irratti qiriixamaneeraniiyyu.