Ezekiel 8:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi waan nani jed'e, Namicha, waan jaaroleeni Israeli tunini d'ossaani tahu jirtu garta? Worri mana akheekhi waan hamtu guute keesati kad'achuu jira. Worri waan jed'u, AABBO Waaqi ya lafa tana lakise, waan nu taanu kanale inargu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana naan jedhe, «Bulchoonni Israa'elii mana waaqolee tolfamaa keessa dukkana keessa taa'anii Rabbi nu hin argu; biyyattiillee dhiiseera jedha'aa waan godhan arga'aartaa?»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Waaqi anaan, «Jaarsoleen Israa'elii tokko tokkoon isaaniituu kolloo fakkii waaqota dharaa ka isaanii keessatti, dukkana keessatti waan isaan hujiisatti jiranu dhaggiteertaa? Isaan, ‹Mootiin Waan Maraa nu hin dhaggu; lafa tana lakkiseera› jedhan» jedhe.