Ezekiel 8:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani AABBO Waaqi waan nani jed'e, Atini waan hagana ira ch'eera, ka worri kunini tolchu, agarta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammallee waan hamaa nama jibbisiisu ka kana caalu ganaa argitaa» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammalle anaan, «Waan battii guddittii tana caaltu akka isaan hujanu ammalle dhaggu'uuf jirta» jedhe.