Ezekiel 8:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni balbala mirga ta Mana Waaqa na geese, nad'eeni waaqa worraa, ka Tamuzi jed'ani, ka lubbu d'abe, bootu na garsiise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu inni gara balbala mana woyyu'uu ka cinaa kaabaatiin jiruu na fidee waaqa tolfamaa isaanii ka Tamuuz jedhamuu hennaa dubartoonni isaanii booyaniif natti mudhise.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni gara seensuma karra dalleya Galma Mootii Waan Maraa ta gara kaabaa na geesse; ani achitti dubartoota teettee waaqa dharaa, ka, «Tamuz» jedhamuuf boottu dhagge.