Ezekiel 8:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba inni, Namicha, waan kana garta? Waan hagana ira hamtule inagarta nani jed'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni akkana naan jedhe, «Ilma namaa! waan kana argitaa? ammaa waan nama jibbisiisu ka kana caalu argita.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba inni anaan, «Ee ilma namaa! Waan kana dhaggiteertaa? Waan battii tana caaltulle dhaggu'uu jirta» jedhe.