Ezekiel 8:16 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni ch'icha Mana Waaqa na geese; anini d'aatu balbala Mana Waaqaa, waan sorio irati baasanifi kara jiddu keesa, nama d'iira diddami shani arge. Worri Mana Waaqa dudda iti gale ilaboruti fuula deefate, gajejed'e, biiftu baatu kad'ate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu inni gara raasaa mana woyyuu keessaa na fide; achi balbala mana woyyu'uu hulee ciinca'aatii fi hulee wol bira lufaniin keessa namoota diddamii shaniititu jira; isaan dudda ufii gara mana woyyu'uu deebisanii aduu baatu waaqeffata'aa gara baya biiftu'uu laala'aa sagadan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle inni gara badhinna dalleya keessaa ka Galma Mootii Waan Maraa ka gara keessaa na geesse; kunoo, namooti gara diddamii shanii seensuma Galma Mootii Waan Maraa, wodhakkaa addee ciinca'aatii fi soro'oo dhaabbatanee, Galma Mootii Waan Maraatitti dudda galanee, gara aduun baatutti fuula galanee, adu'uuf sagadiisatti jiraniiyyu.