Ezekiel 8:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni balbala naabo ala na geese, fulla isiini qooftuuni na garsiise
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gara raasa'aatiin gara balbala seenaniinii na fide; ijaarsa dallayaa irra qaalawa tokkotu jira;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni gara seensuma badhinna dalleya keessaa na geesse; ani yennaa ilaale, dalleya dhaka'aa irra qowa tokkotti jiraayyu.