Ezekiel 8:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan nani jed'e, me, balbala tanaani olseeni, waan ch'eera hamtu worri kunini tolchu jiru laali.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni, «Keessa seenii waan hamaa nama jibbisiisu ka isaan hojjata'aaran laali!» naan jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle inni anaan, «Gara keessaa seeniitii, battii hantuu isaan asitti hujiisatti jiranu tana ilaali» jedhe.