Ezekiel 9:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini qonqo Waaqa ta, Isani nami dira kana balleesu woraana guurad'a koota, jettu d'agaye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Rabbi laagaa ufii ol qabatee, «Isin worri qachattii adabdan as dhiyaadhaa'a; meeshaa woraanaa keessan ka waa balleessu'uuf qophaaye qabadha'aatii koottaa'a!» jedha'aa hennaa dubbatu dhagaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Mootiin Waan Maraa qoonqoo ifii ol qabatee, «Worri qachaa balleessiisaaf filantane martinuu, meya woraanaa qabadha'aatii as dhikaadha'a!» jedhee waamuun dhage'e.