Ezekiel 9:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo anini diqole worraa innahu; woma worri nama tolche aninileeni worra tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu ani garaa isaanii hin laafu; isaanii hin araaramu; waan isaan namoota kaawwan irratti raawwatan anillee deebisee isaan irratti raawwadha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani waan isaan hujane mataa isaaniititti deebisa malee, isaan hin mararu, hin hilulle'e» jedhe.